Aanaalee Godina Shawaa Lixaa fi Godina Harargee Lixaa Shanan Dhuuggootti hojiileen misoomaa daawwatame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Aanaalee Godina Shawaa Lixaa fi Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti hojiileen misooma Qonnaa daawwatameera.
Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti hojiileen misooma qonnaa daawwatameera.
Daawwaannaa Hojiilee Misoomaa adda addaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Iluu Galaan, Jibaati Midaa Qanyii fi Baakkoo Tibbeetti Hojiileen Misoomaa kutaalee Haawaasaa garaagaraan daawwameera.
Daawwannaa kana irratti hooggantoonni, Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, dargaggoonniifi kutaalee hawaasaa biroon argamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii aanaalee kanneenirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaan
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.