Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Yaaballootti baalli sammuu namaa adoochu Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu gubame

Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Godina Booranaa aanaa Yaaballootti baalli sammuu namaa adoochu kiilo giiramni 800 ol Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu gubameera.

Ajajan Waajjira Poolisii Aanichaa Inspekter Mallicha Jaarsoo, akka himanitti baalli sammuu nama adoochu kun yeroo garaagaraatti  to’atamuu himan.

Baalli sammuu namaa adoochu kunis Birri miiliyoona 10tti tilmaamamas jedhan.

Namoonni baalicha daddabarsuun shakkamaan 8 to’annaa jala ooluus ragaan waajjira kominikeeshinii aanaa Yaaballoorraa argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.