Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala oolan

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala ooluu ibsameera.

Rasaasoonni kumni 3 fi 52 Finfinnee irra gara Wallagaatti fe’amee osoo daddabarfamaa jiru to’annaa jala oolaaniiru.

Rasaasoonni kunneen eeruu uummatatii fi hordoffii qaamolee nageenyaa poolisii Aanichaatiin Magaalaa Goroo Soolee ganda 01 keessaatti to’annoo seera jala ooluu Itti Gaafatamaan Waajjira Poolisii Aanaa Tokkee Kuttaayee Inspeektar Olaana Nigaatuu Gamtaa ibsuu ragaan waajjira kominikeeshinii aanaa Aanaa Tokkee Kuttaayeerraa argamee ni muul’dhisa.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.