Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Sooddootti balaa tirafikaa mudateen namoota 14 irraa miidhaa cimaan qaqqabe

Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Naannoo Giddugaleessaa Itiyoophiyaa Godina Guraagee Bahaa Aanaa Soddootti balaa tiraafikaa mudateen namoota 14 irraa miidhaa cimaan qaqqabuun ibsame.

Konkolaatan Deddeebisaa ummataa (Doolfiin) Finfineerraa gara Hoosaanaatti imala ture konkolataa qaxxamura biyyaa (TATA) waliin walitti bu’uun miidhaa cimaa qaqqabsisuu To’ataan Tiraafikaa Aanichaa Saajiin Amaree Taakkalaan ibsaniiru.

Ka’umsi balichaa ariitiin konkolaachisuu akka ta’e ibsuun, balichaan namoota 14 irra miidhaan cimaa qaqqabuu himuu ragaan Wajjiiraa Kominiikeeshinii aanicharra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.