Aanaa Gursumii fi Magaalaa Cirootti barattota maatii harka qalleeyyiif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) –Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursumii fiHarargee Lixaa Magaalaa Cirootti barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 3 oliif deeggarsi meeshaalee barnootaa taasiifameera.
Aanaa Gursum barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 1 fi 700f deeggarsi meeshaalee barnootaa Birrii miiliyoona 1.3 olitti tilmaamamu taasiifameera.
Harargee Lixaa Magaalaa Ciroottis barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 1 fi 600 deeggarsi taasiifameera.
Meeshaaleen barnootaa garaagaraa Birrii miiliyoona 30 oliitti tilmaamamu laatamuu OBN gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.