Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Ganjii Qollaalaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe

Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) –Godina Goojjam Lixaa aanaa Aanaa Ganjii Qollaalaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbeera.

Balichi guyyaa har’aa konkolaataan poolisii federaalaa Baahir Daar irraa gara Finfinnee imalaa ture galagaluun qaqqabeera.

Balichaan lubbuun namoota 3 battalumatti wayita darbu, namoota 4 irra ammoo miidhaan qaama salphaan qaqqabuu ragaan Kominikeeshinii aanicharraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.