Aanaa Dugdaatti biiffaan keemikaalaa farra hoomaa Shimbira Girrisaa xiyyaaraan gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti biiffaan keemikaala farra hoomaa Shimbira Girrisaa xiyyaaraan gaggeeffameera.
Hawaasni naannoo Hara Dambal bakkeewwan biiffaan keemikaalaa itti gaggeeffamu jiraatan ijoollee fi horiif akka of-eegganno akka taasisan bulchaan Aanaa Dugdaa Obbo Musbahuu Musxafaa ergaa dabarsuu ragaan Waajjira kominikeeshoinii Aanaa Dugdaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.