Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Coobiitti proojaktiin biishaan dhugaatii baasii Birrii miiliyoona 21 ijaarrame eebbifame

Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa godina Shawaa lixaa aanoo Coobiitti proojaktiin biishaan dhugaatii baasii Birrii miiliyoona 21 ijaarrame eebbifameera.
Proojaktichi bakka Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisiin fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan, Sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti Hogganaa kilaastera Misooma baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amantee fi hooggantonni hojii mootummaa olaanoo federalaa fi Oromiyaa argamanitti eebbifameera.
Proojaktiin biishaan dhugaatii kun jiraattoota naannicha kuma 21 ol fayyadamoo ni taasisa jedhameera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.