Fana: At a Speed of Life!

aanaa Beerootti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi tilmaama Birrii miiliyoona dhibba 5 ol qabu barbadaa’e

Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Godina Oomoo dhihaa aanaa Beerootti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi tilmaama Birrii miiliyoona dhibba 5 fi Miiliyoona 86 fi kumni dhibbi 1 kumni 42  qabu barbadaa’eera.

Balichi kan qaqqabee kaleessaa galgalaa yoo ta’u, manneen jireenya kumni 1fi 840, manneen daldalaa 547, waldaalee warqii 37, maashinoonni warqee 109 barbadaa’uu bulchaan aanaa Beeroo obbo Doontees Baaykees Faanaa Broodkaastiing Koorporeetiiti himaniiru.

Ka’umsi balicha ibiddaa mana rifeensaa keesaatti ka’een ta’u himaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.