Aanaa Addaa Burjiitti namoonni kumni 83 ol sababa hongeen rakkoof saaxilaman
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaa aanaa Addaa Burjiitti namoonni kumni 83 ol sababa hongeen rakkoof saaxilamuu bulchiinsi aanichaa beeksise.
Aanichaatti beelladoonni miiliyoonni 1 ol du’uu ibsameera.
Lammiilee rakkoof saaxilaman kanneeniif deeggarsi gahaan dhiyaachaa kan hin jirre ta’uu bulchiinsi aanichaa ibseera.
Yohaannis Darribowtu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.