Fana: At a Speed of Life!

Aanaa adda Maa’ookomootti iddoowwan Shaneen qabamanii turan qulqulla’uu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)-Naannoo Beenishaanguul Gumuuz aanaa adda Maa’ookomootti iddoowwan Shaneen qabamanii turan qulqulla’uu Biiroo bulchiinsa nageenyaa naannichaa beeksiseera.

Itti aanaan biiricha obbo Muusaa Haamiid Tajaajila Oduu Ityoophiyaaf akka ibsanitti,iddoowwan ergamtoota Shanee qabamanii turan qulqulleessuun kan danda’amee hojii nageenyaa fi tasggabbi qinda’aan hojjetameenii jedhaniiru.

Gareen shororkeessaa Shanee baatiwwan lamaa oliif aaniichatti irra deeddeebiin lammiileerratti miidhaa olaanaa qaqqabsiiseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.