Fana: At a Speed of Life!

Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Adaamaatti hojiilee misoomaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Adaamaatti hojiilee misoomaa daawwataniiru.

Aadde Sa’aadaan Waajjira Koompilesii, Hojii ‘SMART City’ magaalichaa daawwataniiru.

Af Yaa’ii Aadde Sa’aadaa dabalatee Kantiibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Hayluu Jaldee fi Hooggantoonni magaalattti daawwannicharratti argamaniiru.

Abdallaa Amaanii fi Liyaa Dhugumaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.