Fana: At a Speed of Life!

Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Aanaa Dandiitti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii Haroo Dandiitti Biqiltuu Asharaa magariisaa dhaabaniiru.

Saganticharratti, Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan, Bulchaa Godina Shawaa Lixaa, Obbo Didhaa Guddataa dabalatee qondaaltoonni olaanoo biroo fi kutaaleen hawaasa argamaniiru.

# Ashaaraa Magariisaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.