Fana: At a Speed of Life!

Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Aanaa Baddannootti Mana Baruumsa Birrii miiliyoona 60’n ijaarame eebbisan

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannootti Mana Baruumsa Bu’uura Boruu Birrii Miiliyoona 60 oliin ijaarame Eebbisaniiru.

Manni baruumsichaa Abbaa Qabeenyaa Yaadataa Juneeyidiin kan ijaarame ta’uu ragaan Kominikeeshinii Aanichaarrra argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.