Fana: At a Speed of Life!

Aadde Loomiin guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaa ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Af-Yaa’iin Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Aaddee Loomii Badhoo Guutiinsi Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaan ummata naannoo Oromiyaa fi lammiilee Ityoophiyaa hundaan baga gammaddan Jedhaniiru.
Guutiinsi kun Yaa’iin Idilee 14ffaa Caffee Oromiyaa Injifannoo garaagaraatiin dabaallamee yeroo xummurretti dhagahamuun isaa ammoo, injifannoorratti injifannoo biraa ta’uun gammachuu keenya dachaa taasiisa jedhan.
Baga gammaddan, baga waliin gammadne Jedhan Aadde Loomii Badhoon.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.