Fana: At a Speed of Life!

Aadde Daagimaawiit Badhaasa Aviiyeetarsii Afrikaa badhaafaman

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojastiksii Aadde Daagimaawiit Magos Badhaasa Aviiyeetarsii Afrikaa badhaafamaniiru.

Badhaasichi namoota dhuunfaa fi Dhaabbilee Indaastirii Ayiveeshiniin jijjiirrama fidaaniif kan laatamu ta’uu ibsameera.

Sagantaa badhaasaa fi Beekkatmtii laachuu 4ffaa Afrikaa Kibbaa magaalaa Johaanisbargitti gaggeeffameen Aadde Daagimaawiit hoggansa cimaa damichaan laataaniif badhaafamuu isaanii ragaan Ministeera Geejjibaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.