Aadde Ayyaan Abdiin Af Yaa’ii mana maree naannoo Somaalee ta’uun filataman
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Ayyaan Abdiin Af Yaa’ii mana maree naannichaa taasiisuun filateera.
Aadde Ayyaan Abdiin Af Yaa’ii mana maree naannichaa ta’uun sirna kakuu raawwataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.