Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech qaamolee raawwii hojii misooma Koriidarii Boolee hordofanii fi deeggaran galateeffatan

Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qaamolee raawwii hojii misooma Koriidarii Saayitii Boolee hordofanii fi deeggaran galateeffataniiru.

Gamaagamni Hojii misooma Koriidarii kun guyyaa fi halkan yeroo hunda kan gaggeeffamu Aadde Adaanech eeraniiru.

Hojjettoota Hojii Misooma Koriidarii Saayitii Boolee hojjetaa jiran Irbaata affeeruun galateeffataniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.