Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech Magaalaa Goondaritti hojiilee misooma Koriidarii daawwatan

Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Magaalaa Goondaritti hojiilee misooma Koriidarii daawwataniiru.

Magaalichatti hojiin misooma Koriidarii Kiiloo Meetirri 12 hojjetamaa jira.

Aadde Adaanech har’a hojiilee misooma Koriidarii kanneen daawwataniiru fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.