Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech jila Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Paartii Koministii fi Pireezidaantii Inistiityuutii Hoggansaa Beejiingiin durfamu waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jila Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Paartii Koministii fi Pireezidaantii Inistiityuutii Hoggansaa Beejiingi Lii Waayiin durfamu waliin mari’ataniiru.

Hojiilee damee Geejjibaa, Ijaarsa Manneenii, Barnootaa, Ce’umsa Teeknooloojii, Daldalaa fi Invastimantiirratti waloon hojjechuuf dhimmoota dandeessisanirratti mari’ataniiru.

Akkasumas hariiroo magaaloota lamaanii caalmaatti cimsuuf marii taasiisuu Aadde Adaanech fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.