Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwatan

Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwataniiru.

Aadde Adaanech daawwannichaan booda Hoggantoota, Abbootii Gadaa, Haadholii Siinqee, Abbootii Amantaalee fi bakka bu’oota kutaalee hawaasaa waliin karoora hojii fi haala qindoominaan hojjechuun danda’amurratti mari’achuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.