Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech hojii bu’uuraalee misooma Ispoortii babal’isuuf hojjechaa jiraniin beekamtii argatan

Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojii bu’uuraalee misooma Ispoortii babal’isuuf hojjechaa jiraniin beekamtii argataniiru.

Kaantibaa Adaanech Eegduu Olaantuu Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa ta’uus muudamaniiru.

Kantiibaa Adaanech hojii bu’uuraalee misooma Ispoortii babal’isuu hojjechaa jiranin, keessattuu Kubbaa Miilarratti hojjetaniin Eegduu Olaantuu Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa ta’uun muudamaniiru.

Kubbaa miillaa Itiyoophiyaa kabaja isaa duraatti deebisuuf maatii Ispoortii waliin qindoominaan hojjechuu itti fufna jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.