Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech du’aan boqochuu Artist Haloo Daawween gaddi itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen du’a boqochuuu Artisti Haloo Daawween gadda itti dhagahame ibsaniiru.

Aadde Adaanech gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, “Firiin Afran Qalloo, calaqqeen biiftuu bahaa, seenaa fi aartii Oromoo keessatti ashaaraa cimaa kan keesse boqochuu artist Halloo Daawwee dhaga’uu kootti onneerraa gaddeera” jedhan.

Maatii isheef, firoottan ishee fi dinqisiifattoota isheef jajjabinan hawwaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.