Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech Abeebee miseensota boordii Daandii Qilleensaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Kantibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee miseensotaa boordii fi hojii raawwachiistotaa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa waliin dhimmoota walta’iinsaan hojjechuuf dandeessisanirratti mari’ataniiru.

Marii isaaniinis, hojiilee misooma manneenii fi kanneen biroorratti waloon hojjechuuf mari’ataniiru.

Miseensonni boordii fi hojii raawwachiistotaas Mana Qopheessaa Magaalaa Finfinnee haareffaame daawwachuu ragaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.