Aadde Adaanachi manneen jireenyaa kuma 1 fi 686 harka qalleeyyii fi namoota biyyaaf oolmaa oolaniif dabarsaa jiru
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen manneen jireenyaa kuma 1 fi 686 harka qalleeyyii fi namoota biyyaaf oolmaa oolaniif dabarsaa jiru.
Manneen jireenyaa kunneen meeshaalee manaa hunda kan guuuttatanii fi sadarkaa isaanii kan eeggatan ta’uu Aadde Adaanachi fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Jiraattoonni rakkoo hawaasummaa olaanaaf saaxilaman bara haaraa abdii haaraan akka simatan manneen jireenyaa kun dabarfamuu kaasaniiru.
Abbootii qabeenyaa fi qaamolee mula’anni kun akka milkaa’u qooda qaban hund galateeffataniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.