Aadde Adaanach Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Eebla1, 2015 (FBC) – Kantibaan Maagaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Piroojektoota misoomaa addda addaa magaalichatti hojjetamaa jiran miseensota kaabinee waliin ta’uun daawwataniiru.
Hospitaala waliigalaa fi Giddu gala Qorannoo Qonnaa Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo daawwataniiru.
Saamu’eel Warqaayyootu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.