Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Paatiriiyaariik Abunee Maatiyaas waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Paatiriiyaariikii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Abunee Maatiyaas waliin mari’ataniiru.

Aadde Adaanach Paatiriiyaariikii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Abunee Maatiyaas waliin marii bu’aa qabeessa taasiisuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Dhimmoota gama mana amantichaan ka’u karaa nagaa fi seera qabeessaan furuun kan danda’amu ta’uu waliigaluu ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.