Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Paarkii Addabaabayii Jaalalaa hojii jalqabsiisan

Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Paarkii Addabaabayii Jaalalaa jedhamu Boolee naannawaa Dambalitti argamu hojii jalqabsiisaniiru.

Aadde Adaanach jala Bultii Ayyaana Qillee sababeeffachuun bakka Bashannanaa kana galgala har’aa hojii eegalchiisiiniiru.

Ijaarsa Paarkichaaf Birriin miiliyoonni 28 baasii ta’uu ibsameera.

Dhaabbanni Zaabloon Guruuppii fi Riil Isteetiin Fiisoon waloon paarkicha ijaarsiisuu eerameera.

Aadde Adaanachis dhaabbilee kanneen galateeffachuu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.