Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach MM Abiy Ahimadiif erga baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)-Muummeechi Ministiraa FDRE Abiy Ahimad Alii yeroo lammaffaaf muummeecha ministiraa Ityoophiyaa ta’uun waan filatamaniif maqaa kiyyaan, bulchiinsa magaalaa fi jiraattootaatiin baga gammaddan jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee.
Yeroon itti aanu kan milkaa’inaa, akkasumas mul’ata Ityoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisuuf eegaltan bifa hunda galeessa ta’een kan itti milkeessitan bara ifaa akka isiniif ta’u yoon hawwu, kabajaa fi amantaa guddaa waliinii jechuun aadde Adaanach fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.