Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach kabaja ayyaana Arafaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kabaja ayyaana Arafaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Hordoftoota Amantaa Islaamaa hundi baga ayyaana Iid Al Adahaa( Arafaa ) 1442ffaa nagaan geessan jedhaniiru.
Ayyaani Iid Al Adahaa (Arafaa ) ayyaana kennuu, gaarummaa fi tola ooltummaa waan ta’eef akkuma kanaan duraa walgargaaruu fi waliin gammaduun akka kabajnu amaanaan isinitti kenna jedhan.
Ayyannichi kan nagaa ,jaalalaa fi gammachuu isiniif haa ta’u jedhan fuula Feesbuukii isaaniin.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.