Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach jiraattoonni Teeleetoonii Diijitaalaa har’a gaggeeffamurratti akka hirmaatan waamicha dhiyeessan

Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Aadde Adaanach Abeebeen jiraattoonni magaalichaa Teeleetoonii Diijitaalaan duula guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf har’a gaggeeffamurratti akka hirmaatan waamicha dhiyeessaniiru.

Sosochiin Itiyoophiyaa Qulqulluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ifoomsan magaalaa Finfinneef gumaacha olaanaa qabaachuu eeruun, hawaasni magaalichaa hirmaannaa hoo’aa akka taasiisan ergaa dhaamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.