Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach itti aanaa Kantibaa magaalaa Chuunchoo waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kooriyaa Kibbaatti itti aanaa Kantibaa magaalaa Chuunchoo Lii Chaangiwoo waliin mari’ataniiru.

Hariiroo waloo magaaloota lamaanirratti mari’ataniiru.

Magaaloonni lameen michummaa waggoota 19 lakkoofsise qabaachuu Aadde Adaanach kaaaniiru.

Dhimmoota hariiroo waloo magaaloota lamaanirratti xiyyeeffachuu Obbo Lii Chaangiwoo waliin mari’achuu isaanii dubbataniiru.

Deeggarsa jilli magaalaa Chuunchoo mana Kitaabaa Abrihootaaf taasiisee fi duultoota Kooriyaa daawwachuu isaaniif galateeffataniiru.

#Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.