Aadde Adaanach ijaarsa manneen waliin jireenyaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaarsa manneen waliin jireenyaa jiraattoota kuma 4 ol fayyadamuu taasiisu eegalchiisaniiru.
Jiraattoota Waldaalee 54 jalatti gurmaa’an kuma 4 ol fayyadamoo kan taasiisu ta’uu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.