Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach hojiilee misoomaa hirmaannaa hawaasan hojjetaman eebbisiisan

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Nifaas Siilk Laaftootti hojiilee misoomaa hirmaannaa hawaasan hojjetaman eebbisiisaniiru.
Daandii dhagaa Koobilii keessa keessaa Kiiloo Meetira 20, tajaajila hunda galeessa Poolisii hawaasaa fi hojiilee misoomaa biroo eebbisiisuun tajaajilaaf banaa taasiisaniiru.
Hojiileen kunneen akka milkaan qaamolee hirmaannaa taasiisan Aadde Aadaanach galateeffachuu ragaan Waajjira Seekreetariyaa Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.