Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach hojii eeggumsa naannoo jiraattoonni hojjetaa jiran daawwatan

Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee hojii eeggumsa naannoo jiraattoonni hojjetaa jiran daawwataniiru.

Aadde Adaanach kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti argamuun hojii eeggumsa naannoo jiraattoonni hojjechaa jiran daawwataniiru.

Daawwanna waarii kana taasiisanirratti bulchituu olaantuu kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftoo Aadde Natsaannat Dhaabaa dabalatee hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa fi kutaa magaalichaa argamuu ragaan kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftoorraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.