Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach hoggantoota olaanoo Faawundeeshinii Koonraadi N. Hiiltan waliin mari’atan

Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hoggantoota olaanoo Faawundeeshinii Koonraadi N. Hiiltan waliin mari’ataniiru.

Magaalaa Finfinnee daa’immaan guddiisuuf mijattuu fi magaalaa Afrikaa filatamtuu taasiisuuf galma qabame akkaataa milkeessuun danda’amurratti mari’achuu isaanii Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Dhaabbatichi magaalaa Finfinnee hundaaf taatuu, guddinaa fi kunuunsa daa’immaniif mijattu taate taasiisuuf tattaaffii godhamu deeggaruuf waadaa galuu isaa ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.