Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach harka qalleeyyiif kennaa ayyaana Qillee laatan

Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinee aadde Adaanach Abeebee hawaasa harka qalleeyyiif kennaa ayyaana Qillee laatan.
Aadde Adaanach kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti argamuun abbootii warraa fi haadholii waarraa 40 ta’aniif Hoolaa, Zayitaa fi daakuu laataniiru.
Ayyaana Qillee sababeeffachuun mata duree ‘namni tokko maatii tokkoof’ jedhuun maanguddootaa fi harka qalleeyyii kuma 50f deeggarsa taasiisuuf hojiin dargaggoota tola ooltootaa qindeessuu hojjetamaa jiraachuu ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.