Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Giddugala Gabaa Gurgurtaa Oomisha Qonnaa Kolfee eebbisiisan

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Giddugala Gabaa Gurgurtaa Oomisha Qonnaa Kolfee eebbisiisuun hojii eegalchiisan.

Giddugalichi baatii 9 keessatti ijaaramee kan xumurame yoo ta’uu sa’aatii 24 tajaajila laata jedhame.

Lafa hektaara 2.3 irratti kan ijaarame Giddugalli Gabaa Gurgurtaa Oomisha Qonnaa Kolfee har’a eegalee tajaajilaaf banaa ta’eera.

Qiddisti Abaataatu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.