Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Emireetoota Araba Gamtoomanitti Yaa’ii DhMG irratti hirmaachaa jiru

Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Emireetoota Araba Gamtoomaniitti Yaa’ii Dhaabbata Mootummaata Gamtoomaniirratti hirmaachaa jiru.

Aadde Adaanech turtii taasisaniin, pilaanii magaaloota ,damee Bulchiinsaa fi dhimmoota biroorratti marii gamlamee ni taasisuun kan eggamuu ta’uu ragaan Waajjira Kantibaarrra argame ni mul’isa.Ministirri Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Haabtamuu Ittafaa fi Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Injinar Ayishaa Mahaammad waltajjicharratti hirmaacha jiraachuun ibsameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.