Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach dhimmoota waqtaawarratti jiraattota magaalaa Finfinnee waliin mari’ataa jiru

Finfinnee Fulbaana 13, 2013(FBC)-Itti aantuu kantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dhimmoota haala yeroorratti kutaalee hawaasa garaagaraa waliin mari’acha jiru.
Maricharratti aadde Adaanach Abeebee dabalatee hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhina Finfinnee obbo Mallasaa Alamuu fi sadarkaa itti aanaa kantiibaatti qindeessaan dhaabbilee kenniinsa tajaajilaa mootummaa obbo Zhaanxiraar Abbay akkasumas hoggantonni olaanoon magaalichaa argamaniiru.
Waajjira Paartii Badhaadhina Finfinneetti hogganaan damee dhimmoota dhaabbilee obbo Tatakkaa Baqqalaa, sanada dhimmoota haala yeroo,biyyaa fi magaalaa qopha’ee irraatti ibsa kennaa jiru.
Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.