Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach dhimma waqtaawaa biyyarratti hoggantoota yaa’ii Dhaabbilee amantaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dhimma waqtaawaa biyyarratti hoggantoota yaa’ii Dhaabbilee Amantaa waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin jaalala, deeggarsa, wal danda’uu fi wal kabajuu uummata giddu jiru cimsuuf bulchiinsa magaalichaa waliin caalmaan akka hojjataniif waliigaluu aadde Adaanach fuula Feesbuukii isaaniitin ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.