Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebeen  Waldaa Hojii Gamtaa Shammaanoota daawwataan

Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen Kutaa Magaalaa Addis naannoo Mana Amataa Amaanu’eel Markaatootti kan argamu guddina hojii giddugaleessaa Waldaa Hojii Gamtaa Shaammanoota daawwataniiru.

Waldaan hojii gamtichaa bara 1967 kan hundaa’ee yoo ta’u,hojjeettoonni waldichaa hedduun maanguddootaadha.

Aadde Adaanach fuula Feesbuukiisaanii irrati ibsanitti, haalli hojii miseensoota waldichaa mijataa ta’uu baatuus haamilee olaanaan hojjechaa jiraachuu aksiyoonaan gurmaa’aanii bifaa ammayya’aan akka hojjetaniif deeggarsa gaafachuu isaanii himaniiru.

Kanaafis gaaffii miseensoota waldiichaaf aariitiin deebii akka laatan ibsaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.