Aadde Adaanach Abeebeen gamoo abbaa darbii 3 namoota harka qalleeyyii 21’f dabarsan
Finfinnee Mudde ,27 (FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen gamoo abbaa darbii 3 namoota harka qalleeyyii 21’f ta’u dabarsanii kennaniiru.
Dabalataanis namoota harka qalleeyyiif kennaa ayyaanaa laataniiru.
Kana malees artistoota biyyaaf oolmaa gaarii oolan 5’f manneen bulchiinsa magaalichaafi abbootii qabeenyaan ijaaraman dabarsanii laataniiru.
Saamu’eel Warqaayyahutu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.