Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Aadde Adaanach ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin hordoftoota amantichaa maraan baga Ayyaana guyyaa dhalootaa Nabiyyuu Mahaammad 1497ffaan isin gahe jedhaniiru.
Ayyaanicha warreen rakkatan gargaaruun, warreen dhukkubsataniif du’aa taasisuun, waliif gadduuniifi waliif yaaduun akka kabajaniif waamicha dhiyeessaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.