Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee sadarka ijaarsi daandii Gootaraa-Puushkiin irra jiru daawwatan

Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee sadarka ijaarsi daandii Gootaraa-Puushkiin irra jiru daawwataniiru.

Aadde Adaanach Abeebee fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin akka ibsanitti, sadarkaa ijaarsa daandichaa daawwachuun adeemsa ijaarsicharratti rakkoowwan muudatan xiyyeeffannoon hiikamuun ijaarsiichi ariitiin akka itti fufuu fi tajaajila hawaasa akka ooluu kallatti ka’aniiru.

Hojjettoota, hoggantootaa fi qaamolee biroo ijaarsa jalaala biyyaa keessaatti hirmata jiranis galateeffataniiru.

Jiraattoonni naannawaa proojektiwwan daandii itti ijaaramaa jiran daangaa kabachiisuun tumsa olaanaa akka taasisaan aadde Adaanach gaafataniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.