Aadde Adaanach Abeebee magaalaa Samaraa galan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee lammiilee buqqa’an deeggaruuf magaalaa Samaraa galaniiru.
Aadde Adaanach wayita buufata xiyyaaraa Samaraa Sulxaan Aliimiiraahii ga’an preezdaantii naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa dabalatee hoggantoota olaanoo naannichaan simatamaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.