Aadde Adaanach Abeebee magaalaa Goondar galan
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) -Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Ayyaana Cuuphaa kabajuuf halkan edaa magaalaa Goondar galaniiru.
Aadde Adaanach haaluma kanaan dura garee shororkeessaa ABUT barbadeessuun Cuuphaa Goondaritti ni kabajna jechuun waadaa galaniin Ayyaana Cuuphaa bara kanaa kabajuuf magaalaa Goondar Galuu isaanii ragaan Waajjira Kaantibaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.