Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee lammiilee daandiirra jiraataniif maaddii qoodan

Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinee aadde Adaanach Abeebee lammiilee daandiirra jiraataniif maaddii qoodaniiru.

Aadde Adaanach yeroodhaaf warreen daandiirra jiraataniif ifnii abdii akka isaaniif ba’uuf fi jireenyii isaanii akka jijjiirramuuf hundi keenya xiyyeeffannaan,qindoomne hojjeechuu qabna jedhaniiru.

Hawaasni magaalichaa hundi aadaa isaa wal gargaaruu cimsee itti fufuu qabas dhaamaniiru.

Warreen maaddii qooddaannicha deeggaranii fi qindeessan waajjira Lallaba Hawaariyaaa Kaatoolikii Finfinnee fi diraamaa garee ijoollee Booskoo galateeffataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.