Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Qirqoositti qophii proojektoota guyyoota 60’f turan daawwatan

Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Qirqoositti qophii proojektoota guyyoota 60’f turan daawwataniiru.

Bulchiinsi magaalichaa kutaa magaaloota 5 keessatti proojektiiwwan hawaasaaf oolan guyyoota 60’f turan ifoomseera.

Kana hordofees kutaan magaalaa Qirqoos bakka aadde Adaanach Abeebee argamaniitti ifatti eegalchiiseera.

Yeroo itti aanuuttis ijaarsa mana, babaldhina warshaa dabboo Shaggar, qonna magaalaa, giddugaloota nyaataa fi kanneen biroo iddoowwan ijaarsa dizaayiniif adda ba’uun gara ijaarsaatti akka galanis aadde Adaanach Abeebee kallatti kaa’aniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.