Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Booleetti harka qalleeyyiif manneen jireenyaa laatan

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Booleetti harka qalleeyyiif manneen jireenyaa laataniiru.

Aadde Adaanach abbootii warraa harka qalleeyyii 46 ta’aaniif manneen jireenyaa ijaarramaa turaan eebbisisuun laataniiru.

Sirni eebichaarratti erga kan dabarsaan aadde Adaanach, Finfinneen magaalaa hundi walqixa hojjetee jiraatuu keessaayu jiraattoonni harka qalleeyyiin misoomicharra fayyadamoo akka ta’aniif xiyeeffannoon hojjetamaa jira jedhaniiru.

Maddis:-Addis Miidiyaa Neetwoork

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.